Kitaabni Irreechaarratti barreeffamee badhaasaaf kaadhimame maal of keessaa qaba?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Shamarreen waa'ee Irreechaa kitaaba barreessite maal jettii?

Kitaaba mata-duree 'Locating Politics in Ethiopia's Irrecha Ritual' jedhamu kana ilaalchiftee barreessituufi qorattuun kitaabichaa shamarree Seraawwit Baqqalaa Dabalee (PhD) Afaan Oromoo dabalate afaanota biraattis hiikuuf karoorri akka jiru dubbatti.