Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Koroonaavaayiras: Gaazexeessitoonni cidhni isaanii sababa Covid-19n danqame maal jedhu?
Itoophiyaatti hojii gaazaxeessummaa kan hojjetan Naafqoot Tigistuu fi Biruuk Indaala sababa weerara Covid-19f jecha sagantaan cidha isaanii ammaaf dhaabbatteera.
Cidha akka malee kan jaalattu Naafiqoot ''Guyyaan cidhaa achi fagaate malee inuma qopheessina jetti.'' Cidhaaf jaalala hagas mara akka hinabne ka dubbatu Biruuk ammoo haqameera jedha.
Dhiyaadhaa