Koronaavaayirasii: Maanguddoo kireeffattoota 22f kiraa manaa ji'a tokkoo bilisa godhan

Maanguddoo naannoo Tigraay namoota mana isaanii kireeffatan 22'f kiraa manaa ji'a tokkoo bilisa godhan.