Koronaavaayirasii: Maanguddoo kireeffattoota 22f kiraa manaa ji'a tokkoo bilisa godhan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Maanguddoo Tigraay namoota manasaanii kireeffataniif kiraa manaa ji'a tokkoo bilisa godhan

Maanguddoo naannoo Tigraay namoota mana isaanii kireeffatan 22'f kiraa manaa ji'a tokkoo bilisa godhan.