Koronaavaayirasii: Attamiin manumatti maaskii tolfachuu dandeessu?
Maaskii ykn waan ittiin funyaan fi afaan haguuggatan attamiin salphaatti manumatti tolfachuun akka danda'amu Firaafoolii Dhugaasaa isinitti agarsiifti.
Maaskiin haala kanaan manatti tolfaman hagam vaayirasicha ittisu kan jedhu mirkanaa'uu baatullee biyyoonni hedduun namni waanuma qabuun afaaniifi funyaan akka haguuggatu ni gorsu.
