Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Isheen Eenyu? 10: 'Qorannoo kootiin dura-buutummaa dubartootaa ifatti baasuun fedha'
Baankii Addunyaa, Mootummoota Gamtoomaniifi Gamtaa Afrikaa fa'i waliin tahuun dhimmoota godaansaa, koorniyaa, amantiifi kanneen biroo irratti qorannoo gaggeessiti.
Amma, gulaaltuu Barruu Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa tahuun tajaajila jirti. Meroon Zallaqaa Yunivarsiitiiwwan Ameerikaa, Jarmanii, Siingaapooriifi Jibuutii keessatti argaman keessatti affeeramuun ni barsiisti, qorannoos gaggeesiti.