Guyyaa HIV/AIDS addunyaa; 'Mootii kondomii Afrikaan' wal baraa
Stanley Ngara Keeniyaatti 'Mootii Koondomii' jedhamuun caalatti beekama, kondomii karaa magaalaa Naayiroobirratti namaaf qooda.
'Hawwiin kiyya namoonni saal-qunnamtii of eeggannoo qabu akka raawwatan gochuudha,'' jedha.



