Obbo Musxafaa Umar: 'Rakkoon Oromoofi Somaale lafa dheedumsaa fi daangaa miti'
Yeroof pirezidantii Naannoo Somaalee kan ta'an obbo Musxafaa Umaar gaaffiifi deebii BBC waliin taasisaniin rakkoo ummata Oromoofi Somaalee gidduutti dhalateef furmaatni daangaa sararuu miti jedhan.
Dhimma garaa garaa irratti gaaffiifi deebii waliin taasisne kunooti.

