Qe'ee Hindii kanatti maqaan muuziqaan bakka bu'a

Ibsa waa'ee viidiyoo, Mandra Indiyaa kanatti maqaa otoo hintaane sagaleetu maqaadha

Qe'ee Hindii kanatti haadholiin ijoollee isaaniif maqaa moggaasuuf osoo hin taane, muuziqaa adda taheen waamu. Sagalee muuziqaa kanaanis wayita guddatanis itti waamamu.