Waldhibdee hawaasa Booranaa fi Gabraa furmaata dhabe

Ibsa waa'ee viidiyoo, Waldhibdee hawaasa Booranaa fi Gabraa furmaata dhabe

Walitti bu'iinsi hawaasa Booranaa fi Gabraa erga eegalee waggoota hedduu lakkoofsisus ammallee furmaata hin arganne jedhu jaarroleen Marsabit.