Guyyaan Haadholii Addunyaa: Haadholiin akkamitti ibsamu?

Guyyaan haadholii akka adunyaatti har'a kabajama. Namootni haadha isaanii akkamiin ibsu? Gaafanneerra. Isininoo harmee keessan akkamiin ibsitu?