Guyyaan Haadholii Addunyaa: Haadholiin akkamitti ibsamu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Guyyaan Haadholii akka adunyaatti har'a kabajama.

Guyyaan haadholii akka adunyaatti har'a kabajama. Namootni haadha isaanii akkamiin ibsu? Gaafanneerra. Isininoo harmee keessan akkamiin ibsitu?