Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa: Loltuu ABO hanga barsiisaa amantii-Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa

Manzuumaa ykn bifa faaruutiin Islaamummaa barsiisuudhaan kan beekaman Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa loltuu ABO akka turan quba qabduu? Quuqama sabummaa fi amantii abbaa kiyyarraan dhaale jedhu.