Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa: Loltuu ABO hanga barsiisaa amantii-Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Loltuu ABO hanga barsiisaa amantii

Manzuumaa ykn bifa faaruutiin Islaamummaa barsiisuudhaan kan beekaman Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa loltuu ABO akka turan quba qabduu? Quuqama sabummaa fi amantii abbaa kiyyarraan dhaale jedhu.