Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Waggaa 1ffaa MM Abiy Ahimad: Jiraattoonni magaalaa Amboo maal buufatan?
Magaalaan guddoo Godina Shawaa Lixaa, Amboon, yeroo garaa garaatti mormii siyaasa Oromoon walqabatee ka'un jeeqamaa lammiileen hedduus lubbuu dhabani jiru.
Waggaa har'aa erga Ministirri Muummee Abiy Ahimad aangootit dhufani as garuu akka biyyaattis ta'e gaanfa Afrikaatti jijjiiramni ni jira.
Erga Abiy Ahimad aangootti dhufani jiraattonni magaalaa Amboo maal buufatan jennee gaafanneerra.