Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Abbaa Caalaa: Maanguddoo shimalaan poolisii dura dhabbatan
Maanguddoo Mohaammad-Huseen Turaa ykn Abbaa Caalaa mormiiwwan baroota dabran keessa shimala qabatanii poolisii fuuldura dhaabbachuun namoota hedduun yaadatamu. BBC Afaan Oromoo Baalee Roobeetti argee dubbiseera.
''Nabsee kiyyarraa hajaa hinqabu. Biyya kiyyaafi nama kiyya, akka inni bakka godhatu, akka inni bilisummaa bahu - kanaafin iyya, kanaafin utaala,'' jedhu.
Viidiyoo kana kan midhaassan Yaadataa Biraanuu fi Baqqalaa Atoomaati.