Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Indiyaa: Maanguddoo bosonakoo gadhiisee hin deemu jedhe
Gosi durii Cholaa Nayikaar jedhaaman, Indiyaa bulchiinsa Keralaa bosona jiraatan keessaa ba'uuni lafa biraa jiraachuuf murteessani.
Adoolessa keessa rooba cimaa booda lolaan gariin naannoo jireenya isaani baleesseera. Dursaa gosaa shananii keessaa Cheriyaa Velutaa garuu, 'waaqoolii bosona keessaa' irraa fagaadhe hin deemu jedha.