Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Gunfura Karrayyuu: ''Dabbasaan gaanfa dhiiraati''
Gunfura filachuun ogeessaan malee hin taatu jedhu warri Karrayyuu. Karrayyuun ' Dabbasaan Gaanfa dhiiraati' jedhu. Yeroo hundumaa aadaa Gunfuraa kanaan of faayanii adeemu jedha obbo Jiloon.
Yeroo roobni tolee aannan baayinaan argame dhadhaa sirritti waan dibataniif Gunfura midhassachuuf hedduu mijata. Yoo bonni hammaatee dhadhaan dibatan dhabamummoo bishaanumaan dhiqatanii gadi jissanii ittiin deemu.