Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Siiriyaa: baqannaa waggootaan booda lammiileen Siiriyaa biyyatti deebi'aa jiru
Waraana waggoota dheeraa Siiriya keessaatti ture booda namoonni hedduun gara Siiriya deebi'a jiru.
Jordaan daanga ishee Jabiir cuufame ture amma banuun namoonni gara Siiriyaa akka deemaniif carraa baante jirti. Amma sababni daangaan banameef daldaaltoonis daldala xixiqqoo jalqabani jiru.