Godaantonni maaliif galaanatti du'aa jiru?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Godaantonni maaliif galaanatti du'aa jiru?

Bara 2018tti godaantooti 100,000 ol galaana ce'uuf yaalanii kannen 2,000 ol ta'an imalasaanii irratti du'aniiru. Dutii baayyeen kan uumaame imala Liibiiyaafi Xaaliiyaanii gidduutti.

Sochii 'Pan-European' irratti hirmaachuuf doonii hedduun naannoo kanatti argamu. Galmisaani inni duraa garuu namoota nama daddabarsan qabuu malee godaantoota oolchuu miti.