Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Murteen Biriteen Gamtaa Awurooppaa keessaa bahuu 'Brexit' maaliif barfate?
Uummati UK reefarandamii %52 fi %48tiin Gamtaa Awurooppaa gadhiisuuf filataniiru.
Garuu waraqaa filannoo irratti 'Brexit' akkamii akka ta'u kan ibsu homaa hin turre.
EU fi UK walii galteerra gahaniiru. Waligalteen kun garuu paarlaamaa UK keessa darbuu qaba.