Naayjeeriyaa: Magaalaa magariituu gara magaalaa kosiitti geeddaramte
Magaalaan Port Harkoort qarqara laga Niijeeritti argama. Lagi Niijeer lagootaa 10 pilaastiki %90 gara garba guddaa galan baatan keessa isa tokko.
Port Harkoort Magaalaa Magariisaa Naayjeeriyaa jedhama ture. Amma garuu tokko tokko Magaalaa Kosii jedhuun.
