AFOTY 2018: Medihii Benaatiyaa, kaadhimamaa Taphataa Cimaa Afriikaa BBC

BBC'n waggaa waggaan taphattoota kubbaa miilaa ciccimoo AFOTY (African Footballer of the Year 2018) kan jedhu qopheessee deggertoota filachiisuudhaan badhaasa. Haaluma kanaan kan bara kanaa kaadhimamtoota shan filataman keessa tokko taphtaa lammii Morookoo Medihii Benaatiyaadha. Kilabii Juuventuusiif taphata.

Viidiyoon kunis waa'ee taphataa kanaati.