Oduun sobaa summii facaasaa?

Oduun fakkeeffamee himamu akka firii appiliiti - irra keessa kuulamee keessisaammoo summii baata.

Viidiyoo gabaabaan kun akkamiin oduun fakkeessaa akka addunyaa summeessu agarsiisa.