Hawwan Venzuweelaa daa'imman sooruu dadhabanii guddifachaaf kennan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Hawwan Venezuweelaa daa'imman sooruu dadhabanii guddifachaaf kennan

Venzuweelaatti beelli hammaachuu isaatiin hawwan daa'imman isaanii guddifachaaf dabarsanii kennuuf dirqamanii jiru. Nyaatni obbolaawwan quxisuuf akka hafuuf jecha daa'imman mana dhiisanii ba'anis jiru.