Giiftii Naanii: Garbummaa irraa gara Giiftiitti

Giiftii Naanii garbummaan Gaanaa irraa gara Jamaayikaatti geeffamte. Sana booda garbummaa jalaa ba'uun hawaasaa uumtee Giiftii jabduu kan jarri biriitish mo'achuu hin dandeenye taate.