Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Haadha deessee guyyaa shan geesseef sirna addaa taasifamu
Oromiyaa bakka garagaraatti dubartiin deessee guyyaa shanaffaatti sirna addaatiin qaamashee ni dhiqatti.
Qoricha aadaa baala adda addaarraa qopheessuun dhiqachuun ishee deessuu sana akka jabeessu hawwan ni dubbatu. Hanga guyyaa 40 geessuttis kununsi isheef taasifamu itti fufa.
Aadaan Godina Jimmaa maal akka fakkaatu BBC'n hordofeera.
Viidiyoon: Yaadataa Birhaanuu fi Habtaamuu Xibabuutiin.