Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Heelleen, Harargeetti yeroo cidhaa sirbamu 'laaffataa jira'
Akka aadaa Harargeetti, yeroo shamarreen tokko heehrumtu, dubartoonni walitti qabamuun sirba helleedhaan geggeessuun. Yeroo qorii baatanii ishee daawwachuuf deemanis akkasuma sirbu.
Amma garuu aadaan hamilee intala heerumtuu eega jedhamu kun gara baduutti jira jechuun namoonni ni yaadda'u.
Waraabbiin viidiyoo: Habtaamuu Xibabuutiin
Kan gulaale: Yaadataa Birhaanuu