Yeroo dhihootti, Oromoo Ormaa Keeniyaa keessaa

Odeessaalee gareen BBC Afaan Oromoo gara Kaawuntii Taanaa Rivar'itti imaluun, turtii Oromoota Ormaa waliin taasisan yeroo dhiyootti nuu eeggadhaa. Odeessaalee viidiyoo fi sagaleen raadiyoorratti.