Yeroo dhihootti, Oromoo Ormaa Keeniyaa keessaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Yeroo dhihootti

Odeessaalee gareen BBC Afaan Oromoo gara Kaawuntii Taanaa Rivar'itti imaluun, turtii Oromoota Ormaa waliin taasisan yeroo dhiyootti nuu eeggadhaa. Odeessaalee viidiyoo fi sagaleen raadiyoorratti.