Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Keeniyaa: Gidiraa mana yaalaa haaromsaa hawaasaa Somaalee keessatti
Dhaabbileen haaromsaa Islaamaa nannooo Iistilii magaalaa Nayiroobii, Keeniyaa, namoota araadaa adda addaa ykn rakkoo sammuu qabaniif fala dhiyeessu. Garuu balbala cufaa garasitti namootni reebamaa dararamaafi dhugaatii summawaa 'Harmaalaa' jedhamu akka dhuganiif dirqamaa akka jiran gabaasaan Jamaal Osmaan ibseera.