Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
BBC Africa Eye: ‘Ollaan koo gudeedaadha’
Gurmuun haqa ofiisaaniitiin baasuu barbaadan, Afriikaa Kibbaa naannawa Diepsloot jedhamutti, namoota gudeeddiin shakkaman lubbuun gubaa jiru. Lubbuun gubamuuniyyuu warra gudeedan kana dhaabsisuu hin dandeenye. Sagantaa BBC Africa Eye'f, rippoortarri yakkaa Golden Mtika waan qindeesse daawwadhaa.