Ani ammallee lammii Ameerikaa ta'eeraa?

Sababa Pireezidaant Tiraamp baqattoota irratti ilaalcha addaa qabaniif, baqataan biyya Somaaliyaa kun ammallee shakkii lammummaa Ameerikaa hin taane jedhu keessa jira