Ani ammallee lammii Ameerikaa ta'eeraa?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Abdii Iftiin Ameerikaatti

Sababa Pireezidaant Tiraamp baqattoota irratti ilaalcha addaa qabaniif, baqataan biyya Somaaliyaa kun ammallee shakkii lammummaa Ameerikaa hin taane jedhu keessa jira