Venizuweelaa booda Tiraamp eenyurra ija buufatan?
Barreeffamni kun qabiyyee [social_media-site]n dhiyaatan qaba. Tarii 'cookies' fi teknolojiiwwan biraa fayyadamuu waan danda'aniif, osoo tokkoonsaa gadi hin buufamiin dura hayyama keessan gaafanna. Osoo hin simatin dura Google YouTubeimaammata cookies fi imaammata mateenyaa dubbisuu barbaadda ta'a. Qabiyyee kana ilaaluuf 'waliigaluun itti fufi' filadhu.
Xumura maxxansa YouTube
Tiraamp haala hin eegamneen pirezidaantii Veenzuweela fi haadha warraa isaanii mana jireenyaa eegumsa guddaa qabu keessaa to’ataniiru.
Eegasii kuni dhaga'amee biyyootni kaanillee of bir'ataa jiru.
Guyyoota darban keessas biyyoota biroo Tiraamp ija Waashingitan keessa akka jiran akeekkachiisa kennaniif keessaa muraasni kami?















