Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Gaazexeessaan BBC waraana Israa'el waliin Gaazaatti imale waan taajjabe
Gaazexeessaan BBC waraana Israa'el waliin Gaazaatti imale waan taajjabe
Ediitarri Idil-Addunyaa BBC Jereemii Boowan Raayyaa Ittisa Biyyaa Israa’el (IDF) waliin gara Gaazaa bakka Israa’el Hamaas waliin lafoo wallolaa jirtuutti imaleera.
Waraanni israa’el bakka isaan jiran akka hin ibsine walii galuun ture kan imale.
Waraanni Israa’el warshaa Hamaasidha kan jedhan gaazexeessaa BBC’tti agarsiisaniiru. Jala isaa mana jireenyaa daa’imman keessa jiraatanitu jira.
Hamaas kana dura isa Israa'el hospitaalota jala dahannoo ijaara jechuun himatte dabalatee waakkateera.