Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Jireenya Gaazaa: 'Maaltu akka natti dhagahamaa jiru ibsuuf jecha hin qabu'
Erga gaafa Israa'el Gaazaa keessatti haleellaa haaloo bahuu qilleensaan raawwachuu eegalte kaasee, jiraattonni Gaazaa keessaa dararamaa cimaa keessa jiraachuu dubbatu.
Israa'eel erga Hamaas Onkololeessa 7 kibba Israa'el keessatti haleellaa raawwachuun namoota 1,400 ajjeesseen booda qilleensaafi lafoodhaan Gaazaa irratti tarkaanfii fudhataa jirti.
Kanaanis hanga ammaatti namoonni 10,000 ol ta'an ajjeeffamanii, badiin qabeenyaa olaanaan qaqabeera.
Jiraattoonni Gaazaa lama jireenya keessatti argaman akkasiin BBCtti himan.