Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dhaamsa hirmaattota Irreechaa: 'Adaraa Oromo wal hin ajjeesiinaa!'
Dhaamsa hirmaattota Irreechaa: 'Adaraa Oromo wal hin ajjeesiinaa!'
Kabanji Irreecha Hora Finfinne gaafa Onkololeessa 5, 2024 haala ho'aan kabajamee oole. Oromoo kallattii hundarraa bahuun guyyaa kana waliin kabajera.
Irreechi guyyaa Oromoon dukkana gannaa keessaa gara ifa bonaatti bahuu sababeeffachuun Waaqaasaa waliin ta'udhaan itti galateffatudha.
Boru ammoo Bishooftuu- Hora Harsadeetti haaluma wal fakkaatuun kabajamaa oola.
Mee hirmaattoonni Irreecha baranaa waa'ee guyyaa kanaa maal akka jedhan kunoo viidiyoo kaan caqasaa.