Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Yaadannoo birraafi artistii
Yaadannoo birraafi artistii
Baga Birraan Isinii Bari'e.
Waqtiin Birraa waa hedduun ibsama.
Gannni darbee ifti bahu, kan facaasan margee midhaan asheetu, abaaboon daraaree urgaa'u.
Dargooggoonni ayyaanota akka Masqalaa, Irraachaafi kaanirratti walga'uun dhiichisee gammada.
Kanaaf, waqtiin Birraa weedduu ittiin yaadatamu ni qaba.
Isin Birraa waliin yaadannoo akkamii qabduu?
Yaadannoo Birraa Artist Araarsaa Gabbisaa kana dawwadhaa.