Dureessi addunyaa maaliif siyaasa addunyaa 'borcaa' jiraa?

Dureessi addunyaa maaliif siyaasa addunyaa 'borcaa' jiraa?

Erga dorgommii filannoo pirezidantummaa Ameerikaa irratti Doonaald Tiraamp deeggaruun aangoo olaanaa argatee, Elon Maask amma siyyaasa Awurooppaafi kutaa addunyaa kaanitti hiixachaa jira.

Kun ammoo hoggantoota biyyoota addunyaa yaaddessuun isaa hin olle.