'Ogummaan keenya waan hin jirre fiduu miti, miidhagina jiru dabaluudha malee'
'Ogummaan keenya waan hin jirre fiduu miti, miidhagina jiru dabaluudha malee'
Haannaa Addaamuu jedhamti. Finfinneetti dhalattee guddatte. Yeroo ammaa Finfinnee keessa dabalatee Oromiyaa bakkeewwan adda addaa adeemuun ogummaa miidhaginaa barsiisti.
Ogummaan miidhaginaa karaa ammayyaa ta'een fayyaa otoo hin hubiin itti fayyadamuuf ogummaa isaa leenji’uun barbaachisaa ta’uu dubbatti.
Akka ogeettii kanaatti, nama ogummaa isaa hin qabneen meekaappii hojjechiisuun fayyaa namaa miidhuu mala.
Waa'ee imala ogummaa ishee kanaarratti BBC waliin turtii taasisteen ''milkaa'eera jedheen yaada'' jechuun himti.
Daawwadhaa!






