'Yeroo irrabaa kaatu haleellaa qilleensarraan simatamuun naasisaadha'

'Yeroo irrabaa kaatu haleellaa qilleensarraan simatamuun naasisaadha'

Lammiin Gaanaa barumsaaf Israa'el deemee bultoo ijaarratee achitti hafe waan Onokoolessa 7 mudate hima. Namni kun yeroo irribaa ka'an lafti akka guyyaa kaanii hin turre. Haleellaan rokkettii qilleensarraan gaggeeffamaa ture.

Rifaatuu cimaa. Namni maatii isaa (haadha warraafi ijoollee) isaa qabatee gara mana-lafa jalaa itti da'atan barbaacha ba'uu dubbata.

Guutummaaa isaa daawwadhaa.