Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Waa'ee Hajjii irratti dhugaawwan torba beekuu qabdan kunooti
Waa'ee Hajjii irratti dhugaawwan torba beekuu qabdan kunooti
Hajjiin imala amantaa qulqullaa'aa yoo ta'u, hordoftoonni amantaa Musliimaa miliyoonaan lakkaa'aman waggaa waggaan gara magaalaa Makkaa Sa'ud Arabiyaatti imalu.
Haajjiin wal qabatee waantoota ijoo toorba beekuu qabdan kanneen viidiyoo asii gadiin daawwadhaa.