Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Daawwadhaa: Battala al-Burhaan yaalii ajjeechaa diroonii jalaa oolan
Daawwadhaa: Battala al-Burhaan yaalii ajjeechaa diroonii jalaa oolan
Ajajaan waraana Sudaan Janaraal Abdal Fattaah al-Burhaan yaalii ajjeechaarraa ooluu dubbii himaan waraana biyyattii BBC'tti himaniiru.
Yaalii ajjeechaa kanaaf Nabil Abdallaah Humna Addaa Sudaan (RSF) kan baatiiwwan 16 darbaniif waraana biyyattii lolaa jiru himatani.
Dirooniin lama eebba waraanaa buufata waraanaa Jabaayititti adeemsifamaa tureerratti dhukaafame namoota shan ajjeesuufi kaan madeessuu himan.
Gorsaan seeraa RSF garuu harka keessaa hin qabu jechuun wakkachuu Rooyitars gabaaseera.