Taphattoota kubbaa miilaatti taphni baay'ateeraa?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Addunyaarratti taphattonni kubbaa miilaa taphni itti baayyachuu komachaa jiru
Taphattoota kubbaa miilaatti taphni baay'ateeraa?

Addunyaarratti taphattoonni kubbaa miilaa taphni itti baayyachuurraa kan ka’e yeroo itti miidhamarraallee itti bayyaannatan dhabuu komachaa jiru.

Dhaabbanni kubbaa miilaa addunyaaa bulchu, FIFAn, dhimma kana akka ilaalu gaafataniiru.

Dhaabbatichi garuu taphattoonni taphoota dabalataa kilaboonni isaanii karoorsaniin ko’oomachaa jiru jedheera.

Taphattoonni garuu hanga tapha dhaabanii mormii gaggeessuutti deemuutti akka deeman dubbachaa jiru.