Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Tiraamp SpaceX wayita rokkeetii furguggisu Elon Maask waliin daawwatan
Tiraamp yaalii SpaceX rokkeetii hawaatti erguuf taasisu Elon Maask waliin daawwatan
Doonaald Tiraamp yaalii dhaabbanni Elon Maask SpaceX jedhamu ja’affaa rokkeetii gara hawaatti erguuf taasisu daawwatan.
Tiraamp buufata ijaarsa SpaceX Biraawunsiviil-Teksaas keessatti argamu deemuun Elon Maask waliin yeroo xiyyaar-samiin rokkeetiin) kun furguggifamtu daawwatan.
Doonaald Tiraamp waajira haaraa gahumsa mootummaa hordofu "Department of Government Efficiency" (Doge) jedhamu hundeessee, tujaara addunyaa kan ta’e Elon Maask irratti muuduun ni yaadatama.