Hajjeechaa Haacaaluu: Taateewwan ajjeechaa Artist Haacaaluu booda mul'ataa jiran maal akeekuu?

Taateen ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaa booda Itoophiyaa keessatti raawwate hedduudha.

Hookkarri uumamee lubbuun nama hedduu yoo darbu namoonni 7,000 ol ta'anis hidhaa seenaniiru.

Kunneen maal akeeku?