Irreechaa 2018: Suuraawwan Kabaja Irreechaa bara kanaa keessaa

Ayyaanni Irreechaa bara kanaa haala nama hawwatuun guddaa xinnaan, gaheessaa hanga dargaggeessaa, hawwannii hanga shamaraniitiin kabajamaa jira.

Abbootii gadaa tulamaa kan duraafi kan ammaa
Ibsa waa'ee suuraa, Abbootii gadaa tulamaa kan duraafi kan ammaa
Haadhoolii marga jiidhaa qabatanii gara lafa irreeffannaatiin yaa'aa jira keessaa
Ibsa waa'ee suuraa, Haadhoolii marga jiidhaa qabatanii gara lafa irreeffannaatiin yaa'aa jira keessaa
Haadhoolii marga jidhaa mallattoo haraaraa ta'ee qabachuun bakka itti irreenfatamu dhaajaa jiran keessaa
Ibsa waa'ee suuraa, Haadhoolii marga jidhaa mallattoo haraaraa ta'ee qabachuun bakka itti irreenfatamu dhaajaa jiran keessaa
Haadhoolii faa'aawwan aadaa Oromoo himamee hin dhumneen bareedanii ayyaanicha irratti aragaman
Ibsa waa'ee suuraa, Haadhoolii faa'aawwan aadaa Oromoo himamee hin dhumneen bareedanii ayyaanicha irratti aragaman
Abbootii gadaa fi daarektara OMN obbo Jawaar Mohaammad
Ibsa waa'ee suuraa, Abbootii gadaa fi daarektara OMN obbo Jawaar Mohaammad
Shamarree Oromoo aadaa fi dhudhaa abbootii isaaniitiin boonan akkasiin ijjoollee abbaa gadaa ta'usaanii mul'isanii olan
Ibsa waa'ee suuraa, Shamarree Oromoo aadaa fi dhudhaa abbootii isaaniitiin boonan akkasiin ijjoollee abbaa gadaa ta'usaanii mul'isanii olan
Shamarran Oromoo godinaalee garaagaraa irraa dhufun ayyaanicha irratti argaman
Ibsa waa'ee suuraa, Shamarran Oromoo godinaalee garaagaraa irraa dhufun ayyaanicha irratti argaman
Bakka bu'oota saba Sidaamaa
Ibsa waa'ee suuraa, Bakka bu'oota saba Sidaamaa kabaja ayyaana Irreechaa irratti qooda fudhatan keessaa
Dargaggoota kabaja ayyaana irreechaa bara kanaa irratti argaman keessaa muraasni akkanaan bareedanii jiru
Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggoota kabaja ayyaana irreechaa bara kanaa irratti argaman keessaa muraasni akkanaan bareedanii jiru
Dargaggoo n tulamaa akkanaan gaachanaa qabachuufi catee kaawwachuun gootummaa Oromoo agarsiisuu ayyanneefachaa jiru
Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggoo n tulamaa akkanaan gaachanaa qabachuufi catee kaawwachuun gootummaa Oromoo agarsiisuu ayyanneefachaa jiru