Irreecha 2018: Horri Finfinnee ni irreefama
Horri Finfinne hora jahan keessaa isa angafaati. Kanaaf barana Hora Arsade booda Hora Finfinnee ni kabajna. Kana immoo namni nu dhorkuu tokko hin jiru jechuun Abbaa Gadaa Bayyaanaa Sanbatoo BBC'tti himaniiru