How do I... :1واحد
انتخاب واحد
- 1How do I...
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
جلسه 13
Listen to find out how to talk about how you feel.
Miira sitti dhagahamu akkatti dubbattu hubachuuf caqasi.
تمرین 1
How do I talk about how I feel?
Xumureessaan ‘-ed’ dhuma jechoota hedduutti yoo fayyadamamellee, haalawwan garagaraa ittiin sagaleessuu dandeenyu baay’eetu jira.
Sagaleen xumuraa jechoota kanatti aanan maalii?
relaxed
bored
excited
Deebiikee mirkaneeffachuuf caqasi. Ittaansuudhaan barruu kanaa gad jiru waliin walbira qabii ilaali.

Caalii
Yooyyaa! Gara How do I… tti baga nagaan dhufte! An Caaliidha, Toomiis na waliin jira.
Tom
Hello, everybody. Welcome to today’s episode!
Caalii
Kutaa kana keessatti, miira nutti dhagahamu ibsuuf malawwan garagaraa fayyadamnu ilaalla. Hubachuun kan sirakkise yoo ta’e hin yaadda’iin, gara boodarraa si gargaarsaa. Ammaaf namoota dubbatan sadan caqasi. Miira akkamii ibsuu?
I’m relaxed because I have the day off.
I’m bored because I don’t have anything to do.
I’m excited because it’s the weekend.
Caalii
Sana hubattee? Dubbataan jalqabaa, ‘relaxed’ bohaaruu jedha, dubbataan lammaffaa ‘bored’ mukaa’uu yoo jedhu, dubbataan sadaffaammoo ‘excited’ gammaduu jedha.
Tom
But they also provide reasons about why they feel this way.
Caalii
So, Tom, akkamitti miira keenya akka ibsu dandeenyu hubachuuf qophooftee jirtaa?
Tom
Yes, I am. Let’s do that!
Caalii
Jalqaba, dubaattoonni ‘I’m’ jechuun jalqabanii, ittaansuun jecha miirasaanii ibsu fidan. Ati akkamitti akka sagaleessan nu dhageesisuu dandeessaa, Toom?
Tom
Of course! All the words used by the speakers to describe feelings end in the letters ‘ed’, but these have different sounds!
Listen to the first speaker.
I’m relaxed because I have the day off.
‘Relaxed’ ends in a /t/ sound.
Caalii
Ammammoo dubbataa lammaffaa caqasi. Jecha isa lammaffaa keessatti sagaleen inni dhumaa maalii?
I’m bored.
Tom
Did you get it? Bored ends with a /d/ sound.
Caalii
Dubbataa isa dhumaa caqasi. Jecha miiraa dubbatan keessatti sagaleen inni dhumaa maalii?
I’m excited.
Tom
Excited ends with an /Id/ sound.
Caalii
Baay’ee gaarii! Sagaleessa bareedaa! Dubbattoonni hundinuu miira qaban ibsan. Miirawwan kunis haalotarra kan dhufaniidha. Haala kana ibsuuf jecha ‘because’ jedhu fayyadamu. Mee haacaqasnu.
I’m relaxed because I have the day off.
Caalii
Dubbataan jalqabaa sababa ‘the day off’ qabuuf, ‘relaxed’ ta’e. Waa’ee haala dubbachaa jirruu ‘guyyaa boqonnaa’ ykn ‘the day off’ karaa adda ta’ee fi miira nutti horuun ibsuu yoo barbaanne xumureessaa ‘-ing’ itti daabaluu dandeenya.
Tom
That’s right! A day off makes us feel ‘relaxed’. So, a day off is ‘relaxing’.
Say it again with me:
relaxing
Caalii
Excellent! Tole, egaa ammi yeroo gaafiiti battalleetti! Dubbataan kun miira akkamii akka qabu ykn maaltu akka itti dhagahamu ibsuuf maq-ibsa kam fayyadama?
I’m bored because it’s Monday.
Caalii
Wantota haala adda ta’een miira nutti horan ykn akka nutti dhagahamu taasisan ibsuuf ‘–ing’ kan itti dabballu yoo ta’e, akkamitti guyyoota wixataa ibsuu dandeenya? Ana waliin himicha guutu taasisi!
Mondays are ________.
Tom
‘Boring’. Did you get it? Say it again with me:
Mondays are boring.
Caalii
Good job! Egaa amma, dubbataa keenya sadaffaa fayyadamuun gaafii biraa haayaallu. Dubbataa kanatti miira maalitu itti dhagahama?
I’m excited because it’s the weekend.
Tom
So, the weekend makes him feel excited. How can we describe the weekend using ‘–ing’? That’s right! Exciting! Say it with me:
The weekend is exciting.
Caalii
Nice work! Yaadadhu, wanti tokko miira yoo nutti hore, ‘-ing’ fayyadamna. Afaan Inglizii barachuun ‘exciting’ dha jechuun danda’a!
Tom
That’s right! Learning is ‘exciting’, which means that I’m ‘excited’!
Caalii
Deemuu keenya dura, sagaleessi jechoota keenyaa Toom yeroo dhumaatiif nu dhageessisu kunooti.
Tom
Relaxed, bored and excited.
and
Relaxing, boring, exciting.
Caalii
Barnoota gammachiisoo ‘exciting’ yeroo ittaanu siif dhiheesinuun gammadaa ‘excited’ taata jedheen abdadha. See you then!
Tom
See you then, everybody! Bye!
Learn more!
1. Jechoota kam miirawwan ibsuuf fayyadamnaa?
We use the verb ‘be’ to talk about feelings. Akkasumas ‘I feel’ dursuun miira nutti dhagahamu ittansinee jechuu dandeenya.
2. Jechoonni miirawwan ibsuuf fayyadan hundi '–ed' dhaan xumuramuu?
Lakkii, yoo xumureessaa beekama ta’eyyuu.
Xumureessaawwan lamaan kanneen, ibsitoota jechootaa ykn ‘adjectives’ (maq-ibsa) wajjin fayyadamna.
Xumureessawwan '-ed' miira qabnu ibsu.
Xumureessawwan '-ing' wanta miira nutti horu tokko ibsu.
I am excited about learning a new language.
Learning a new language is exciting.
Miira natti dhagahamu akkamittin dubbadha?
4 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Help
تمرین
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Miira keenya moo sababa miirichaa fidee ibsuu barbaannaa?Question 1 of 4
Help
تمرین
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Miirawwan nutti dhagahamu moo wanta miira kana nutti fide ibsuu barbaanna?Question 2 of 4
Help
تمرین
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Jechi jalqabaa waan miira nutti fidu tokko ibsa.Question 3 of 4
Help
تمرین
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Jechi jalqabaa miira qabnu ibsa.Question 4 of 4
Excellent!آفرین! نمره شماBad luck!:
Tell us how you’re feeling (and why) on our Facebook page!
Miira sitti dhagahamu (fi sababa isa) fuula Feesbuukii keenyaarratti nutti himi.
Join us for our next episode of How do I…, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Qooqa daran faayida-qabeessa ta’an dabalataa kan keessatti barannuufi dandeettiiwwan caqasuukee ittiin shaakaltu sagantaa keenya ‘How do I… ‘n yeroo ittaanu walitti deebina.
واژه های تازه این جلسه
relaxed
bohaaruurelaxing
kan bohaarsisubored
mukaa’uuboring
kan mukeessuexcited
gammaduuexciting
kan gammachiisuweekend
sanbattaa fi dilbataday off
guyyaa boqonnaa(to have) nothing to do
Waan hojjetan qabaachuu dhiisuu